Namni Yesus isa Kiristoos ta’e hin jaallanne yoo jiraate ni abaarama. (1 Qorontos 16:22)

Yesus Kiristoos ta’uu isaa baruun, qabeenya dhokataa maasii keessatti argachuu wajjin wal fakkaata. (Maatewos 13:44-46)

Yesus Kiristoos ta’uu isaa gadi fageenyaan beekuun beekumsa hunda caaludha. (Filiphisiiyus 3:8-9)

Waaqayyo nu warra Yesus akka Kiristoositti amannu ulfina kenneera. (Roomaa 8:30, 2 Ximotewos 4:8, Yaaqoob 1:12, Mul’ata 2:10)