Efesoon 1:7, Ibroota 9:14, Ibroota 13:12, Mul’ata 7:14 Kakuu moofaa keessatti Isaayaas Waaqayyo cubbuu keenya irraa akka nu qulqulleessu dubbateera. (Isaayyaas 1:18)

Waaqayyo dhiiga Kiristoosiin nu qulqulleesseera. (Ibroota 9:14, Ibroota 13:12, Efesoon 1:7, Mul’ata 7:14)