Maatewos 24:30-31, Yohaannis 8:54, 2Tasaloonqee 1:10, Mul'ata 5:12-13, Mul'ata 7:12, Mul'ata 19:7 Kakuu Moofaa keessatti, Isaayaas waa’ee Waaqayyo qofti ol kaafamuu dubbateera. (Isaayyaas 2:11, Isaayaas 2:17)

Yesus deebi’ee gara lafa kana yommuu dhufu, humna isaa fi ulfina guddaa qabate dhufa. (Maatewos 24:30-31)

Waaqayyo Yesusiin ulfina kenneera. (Yohaannis 8:54)

Yesus yommuu deebi’u ulfina isaaf kennina. (2 Tasaloonqee 1:10, Mul’ata 5:12-13)

Akkasumas guyyaa sanatti Waaqayyoof ulfina kennina. (Mul'ata 7:12, Mul'ata 19:7)