Raajota sobduun akka hin gowwoomsamne of eeggachuu qabna. (Maatewos 7:15-23, 2 Phexros 2:1)

Wangeela Yesus Kiristoos ta’uu isaa malee wangeela biraa hin jiru. Namni wangeela biraa lallabe ni abaarama. (Galaatiyaa 1:6-9)