1Qorontoos 15:51-57 Kakuu moofaa keessatti Waaqayyo humna du'aa jalaa nu baasee humna du'aa akka balleessu dubbateera. (Hose'aa 13:14)

Akkuma kakuu moofaa raajii dubbate bara dhumaatti warri Yesus Kiristoositti amanan du'aa ka'anii injifata. (1 Qorontos 15:51-57)