HoE 13:26-41 Kakuu moofaa keessatti Waaqayyo saba Israa’el warra Waaqayyootti hin amanne balleessuu dubbateera. (Habaaqom 1:5-7)

Yesus dubbiin Kiristoos kakuu moofaa keessatti dubbate hundinuu isa keessatti akka raawwatame dubbateera. Kunis, Yesuus Kiristoos isa raajonni kakuu moofaa ni dhufa jedhan. Amma, Yesus akka Kiristoositti yoo hin amanne akkuma Israa’el durii ni balleeffamta. (Hojii Ergamootaa 13:26-41)