Yesus Kiristoos ta’uu isaa hanga dhumaatti amanuu qabna. Yesuus Kiristoos osoo hin tursiisin ni dhufa. (Ibroota 10:35-39)

Dhufaatiin Yesus isa lammaffaa harkifachuu isaa osoo hin taane, Waaqayyo namoonni baay’een akka fayyan barbaada. (2 Phexros 3:9-10)