1Yohaannis 5:20, Yohaannis 20:28, Tiitoos 2:13, Faarfannaa 45:6, Ibroota 1:8, Yohaannis 10:30,33 Yesuus Waaqayyo dha. Waaqa Sadan tokkummaa Qulqulluutti ni amanna. Waaqayyo Abbaa, Waaqayyo Ilma, Waaqayyo Hafuura Qulqulluutti ni amanna. Yesuus Waaqayyo Ilma dha. (Yohaannis 1:1)

Yesus Waaqayyo Ilma dha. (1Yohaannis 5:20, Yohaannis 20:28, Tiitoos 2:13)

Kakuu moofaa keessatti Ilmi Waaqayyoo Waaqayyo jedhama. (Faarfannaa 45:6, Ibroota 1:8)

Yihudoonnis Ilma Waaqayyoo Waaqayyo ta’uu isaa beekaniiru. (Yohaannis 10:30, Yohaannis 10:33)