1 Yohaannis 5:1, Roomaa 1:17, Anbaaqom 2:4, Galaatiyaa 3:2, Hojii Ergamootaa 5:32, Roomaa 3:23-26, 28, Roomaa 4:5, Roomaa 5:1 , Efesoon 2:8, Filiphisiiyus 3:9 Galaatiyaa 2:16 Kakuu moofaa keessatti qajeelonni amantiidhaan akka jiraatan raajii dubbateera. ( Anbaaqom 2:4 )

Qajeelummaan Waaqayyoo irraa argamuun kan danda’amu Yesus Kiristoositti amanuudhaan, jalqabaa hanga dhumaatti. (Roomaa 1:17, 1Yohaannis 5:1, Roomaa 3:23-26, Roomaa 3:28, Roomaa 4:5, Filiphisiiyus 3:9)

Ayyaana Waaqayyootiin Yesus Kiristoos ta’uu isaa amanuu dhufneerra . (Efesoon 2:8)

Hafuura qulqulluu fudhachuun hojii seeraatiin osoo hin taane, Yesus akka Kiristoositti amanuudhaani. (Galaatiyaa 3:2, Hojii Ergamootaa 5:30-32)