Galaatiyaa 3:14, Hojii Ergamootaa 5:30-32, Hojii Ergamootaa 11:17, Galaatiyaa 2:16, Efesoon 1:13 Yesuus Kiristoos ta’uu isaa amanuudhaan hafuura qulqulluu arganneerra. (Galaatiyaa 3:2-5, Galaatiyaa 3:14, Hojii Ergamootaa 5:30-32, Hojii Ergamootaa 11:16-17, Efesoon 1:13)

Namni tokko qajeelaa kan ta’u Yesus Kiristoos ta’uu isaa amanuudhaan qofa. (Galaatiyaa 2:16)

Warri Yesus Kiristoos ta’uu isaa amanan eebba Abrahaam argatu. (Galaatiyaa 3:6-9)