v (1Yohaannis 5:1, Yohaannis 1:12, Roomaa 8:15-16)

Yesuus Kiristoos ta’uu isaa amanuudhaan, Hafuurri Qulqulluun garaa keenya keessa seeneera. Kanaaf Waaqayyoon Abbaa keenya jenna. Yesuus Kiristoos ta'uu isaa amanuudhaan hafuurri qulqulluun garaa keenya keessa seeneera. Kanaaf Waaqayyoon Abbaa keenya jenna. Akkasumas dhaala Waaqayyo biraa arganna.