1 Ximotewos 1:1, Luqaas 2:25-32, Hojii Ergamootaa 28:20, Faarfannaa 39:7, Faarfannaa 42:5, Faarfannaa 71:5, Ermiyaas 17:13, Roomaa 15:12 Waaqayyo abdii keenya. (Faarfannaa 39:7, Faarfannaa 71:5, Ermiyaas 17:13)

Yesus abdii Israa’el, Kiristoos ti. (Luq. 2:25-32, Hojii Ergamootaa 28:20)

Yesus, Kiristoos, abdii keenya. (Qolosaayis 1:27, 1 Ximotewos 1:1)