1 Qorontos 15:51-54, Maatewos 24:30, 2 Tasaloonqee 1:7, 1 Qorontos 15:21-23, Qolosaayis 3: 4 Kakuu moofaa keessatti Waaqayyo du’a bara baraan akka balleessu dursee dubbatameera. ( Isaayaas 25:8, Hose’aa 13:14 )

Yesus ergamoota wajjin duumessa keessa ni dhufa. . (1 Tasaloonqee 4:13-18)

Yesus yommuu dhufu gara hin mancaaneetti jijjiiramna. (1 Qorontos 15:51-55, 1 Qorontos 15:21-23, Qolosaayis 3:4)