Yohaannis 3:16-17, Hisqi'eel 18:23,32, Tiitoos 2:11, 2 Phexros 3:9, Hojii Ergamootaa 4:12 Waaqayyo namoonni hundinuu akka fayyan ni barbaada. (1 Ximotewos 2:4, Tiitoos 2:11, 2 Phexros 3:9)

Waaqayyo namoonni hamoon qalbii geddaratanii akka fayyan barbaada. (Hisqi’eel 18:23, Hisqi’eel 18:32)

Waaqayyo garuu karaa fayyinaa godhee Kiristoosiin qofa erge. Namoonni fayyuuf Yesusiin akka Kiristoositti amanuu qabu. (Yohaannis 3:16-17, Hojii Ergamootaa 4:11-12)