Yohaannis 1:14, Roomaa 1:3, 1Yohaannis 1:1-2, Qolosaayis 1:23, Maarqos 16:19, Hojii Ergamootaa 1 :8-9 Kiristoos dhokatee fooniin nuuf mul'ateera. (1 Ximotewos 3:16, Yohaannis 1:14, Roomaa 1:3, 1Yohaannis 1:1-2)

Wangeelli Yesus Kiristoos ta’uu isaa saba hundumaa keessatti lallabamaa tureera, ni lallabama. ( Qolosaayis 1:23, Hojii Ergamootaa 1:8 )

Yesus inni Kiristoos gara samiitti ol baʼe. (Maarqos 16:19, Hojii Ergamootaa 1:9)