v Faarfannaa 2:7-9, Faarfannaa 89:27-29, Maatewos 28:18, Hojii Ergamootaa 2:36, Hojii Ergamootaa 10:36, Efesoon 1:10, Efesoon 2:20-22, Daani'eel 7 :13-14, Qolosaayis 1:15-17, Qolosaayis 3:11 Kakuu moofaa keessatti Waaqayyo waan hundumaa ilma Waaqayyootti imaanaa akka kennu raajii dubbateera. ( Faarfannaa 2:7, Faarfannaa 89:27-29, Daani’eel 7:13-14 )

Yesus Ilma Waaqayyoo waan ta’eef samii fi lafa irratti aangoo hundumaa qaba ture. Yesuus Gooftaa hundumaati. (Maatewos 28:18, HoE. (Efesoon 1:10)

Akkasumas, Yesus Waaqayyoo wajjin addunyaa uume. (Qolosaayis 1:15-17)