Ba'uu 19:5-6, Hojii Ergamootaa 1:8, Maatewos 28:18-20, Maarqos 16:15, Isaayaas 52:7 Warri Yesus Kiristoos ta’uu isaa amanan luboota mootii ta’u. (1 Phexros 2:9, Ba’uu 19:5-6)

Amma akka luboota mootiitti Yesus Kiristoos ta’uu isaa biyya lafaatti labsina. (Isaayyaas 52:7, Hojii Ergamootaa 1:8, Maatewos 28:18-20, Maarqos 16:15)