Hose’aa 2:20, Hose’aa 6:3, Yohaannis 17:3,25, Filiphisiiyus 3:8, 2 Pheexiroos 1:8, 2 Pheexiroos 2:20, 2 Pheexiroos 3:18, 1Yohaannis 5:20, Yohaannis 17:21 Kakuu Moofaa Gooftaa beekuuf carraaqqii akka goonu nutti hima. (Hose’aa 6:3)

Yesus Kiristoos ta’uu isaa gadi fageenyaan yommuu beeknu caalaatti Waaqayyoon beekna. (Yohaannis 17:3, Yohaannis 17:25, 1Yohaannis 5:20, Yohaannis 17:21)

Waaqayyoo fi Yesusiin hamma beeknu ayyaanaa fi nagaa guddaa arganna. (2 Phexros 1:2)

Beekumsi Kiristoos Yesuus hunda caalaa kabajamaa dha. (Filiphisiiyus 3:8)

Beekumsa Kiristoositti guddachuu qabna. (2 Phexros 3:18)