Hafuurri qulqulluun inni Waaqayyo fi Yesuus Kiristoos ergan yommuu nutti dhufu, inni waan hundumaa nu barsiisa. Keessattuu Hafuurri Qulqulluun Yesus Kiristoos ta’uu isaa akka hubannu nu taasisa. (1Yohaannis 2:27, Yohaannis 14:26, Yohaannis 16:13-14, 1 Qorontos 2:12, 1Yohaannis 2:20)