Daani’eel 7:13-14, Zakaariyaas 12:10, Maatewos 24:30-31, Maatewos 26:64, 1Tasaloonqee 4:17 Kakuu Moofaa keessatti , Kiristoos humnaa fi ulfinaan duumessa keessa akka deebi'u raajiin dubbatameera. . (Zakaariyaas 12:10)

Kiristoos humnaa fi ulfinaan duumessa keessa deebi’ee ni dhufa. (Maatewos 24:30-31, Maatewos 26:64, 1Tasaloonqee 4:17)

Yesus Kiristoos gara lafa kanaatti yommuu deebi’u, warri Yesus Kiristoos ta’uu isaatti hin amanne firdii isaan argatan irratti ni boo’u. (Mul’ata 1:7)