v Yesus Kiristoos ta’uu isaa cimsitee amanuu fi Yesus Kiristoos ta’uu isaa hanga du’aatti labsi. Sana booda gonfoo jireenyaa Yesus Kiristoos irraa ni arganna. (1 Qorontos 9:23-25, Yaaqoob 1:12, Maatewos 10:22, Mul’ata 12:11)