v Isaayaas 53:7, Yohaannis 1:29, Yohaannis 1:36, Hojii Ergamootaa 8:31-32, Hojii Ergamootaa 8:34-35, 1 Phexros 1:19 , Mul'ata 5:9, Mul'ata 5:12 Kakuu moofaa keessatti Kiristoos akka hoolaatti akka nuuf du'u dursee dubbatamee ture. (Isaayyaas 53:7)

Yesus Kiristoos, Hoolaa cubbuu keenyaaf du’eedha. (Yohaannis 1:29, Yohaannis 1:36, Hojii Ergamootaa 8:31-32, Hojii Ergamootaa 8:34-35, 1 Phexros 1:19, Mul’ata 5:9, Mul’ata 5:12)