Ibroota 10:1-4, 9:12, 10:10-14 Kakuu Moofaa keessatti, lubichi harka isaa mataa saree irra kaa’ee fi . korbeessa hoolaa sana Waaqayyoof aarsaa cubbuu godhe. (Lewwota 1:4)

Kakuu moofaa keessatti aarsaan gubamaa waggaa waggaan Waaqayyoof dhihaatu namoota fayyisuu hin danda’u. (Ibroota 10:1-4)

Yesus dhiiga ofii isaatiin al tokkoof araara bara baraa nuuf godhe. (Ibroota 9:12, Ibroota 10:10-14)