2Seenaa 20:14-15, Faarfannaa 44:6-7, Hose’aa 1:7, 2 Qorontos 10:3-5 Lolli kan Waaqayyoo ture . (1 Saamu’eel 17:45-47, 2 Seenaa 20:14-15)

Humna keenyaan nu fayyisuu hin dandeenyu. Diina keenya jalaa nu oolcha Waaqayyo qofa. (Faarfannaa 44:6-7, Hose’aa 1:7)

Tiyoorii fi yaada hundumaa booji’ee Kiristoosiif bitachuu qabna. (2 Qorontos 10:3-5)