Isaayaas 11:9-10, Roomaa 3:26-29, Roomaa 10:9-12 Kakuu moofaa keessatti Solomoon Ormoonni gara mana qulqullummaa Solomoon dhufanii Waaqayyoon akka kadhatan barbaada ture. (1Mootota 8:41-43)

Kakuu moofaa keessatti saboonni gara Waaqayyootti akka deebi’an raajii dubbatameera. (Isaayyaas 11:9-10)

Warri Yesus Kiristoositti amanan hundinuu qajeelota ta’anii ijoollee Waaqayyoo ta’u. (Roomaa 3:26-29, Roomaa 10:9-12)