Maatewos 8:2-3, Luqaas 17:12-14 Kakuu moofaa keessatti raajichi Elsaa’i dhukkuba nadaayii jeneraal Naamaan fayyise. (2 Mootota 5:3, 2 Mootota 5:14)

Yesus raajiin dhugaan namoota dhukkuba nadaayiitiin qabaman fayyise. (Maatewos 8:2-3, Luqaas 17:12-14)