375. Gidiraa Kiristoos Hafe: Hojii lallaba wangeelaa (2 Qorontos 1:5-10)
2 Qorontos 4:10-11, Filiphisiiyus 3:10, Qolosaayis 1:24, 1 Phexros 4:13, 1 Qorontos 4:9, 11 -13 Phaawuloos yeroo wangeela lallabuu rakkina hedduutu isa mudate. Du'uuf illee rakkateera. Garuu gidiraan sun hundinuu gidiraa Kiristoos isa hafe ture. (2 Qorontos 1:5-10, 2 Qorontos 4:10-11, 1Qorontos 4:9, 1 Qorontos 4:11-13) Phaawulos yeroo wangeela lallabuu gidiraa isa mudatetti gammadee, rakkina […]