663. Kiristoos, kan sammuu fi garaa qoratu (Mul’ata 2:23)
Faarfannaa 7:9, Faarfannaa 139:1, Ermiyaas 11:20, Ermiyaas 17:10, Roomaa 8:27, Fakkeenya 24:12, Hojii Ergamootaa 1:24 , 1Mootota 8:39, Fakkeenya 21:2, 1Tasaloonqee 2:4 Garaa namaa kan qoratu Waaqayyo qofa. (Faarfannaa 7:9, Faarfannaa 139:1, Ermiyaas 11:20, Ermiyaas 17:10, Roomaa 8:27, Fakkeenya 24:12, Hojii Ergamootaa 1:24, 1Mootota 8:39, Fakkeenya 21:2, 1Tasaloonqee 2 :4) Yesuus garaa keenyas ni qorata. […]